Sister, be careful not to be deceived 🫡Akka hin gawwoomfamne irraa uf eeggadhaa 🫡
Beware of these scammers, especially those of you living in Ethiopia. I want to warn you not to use their links. My dear brothers and sisters, be cautious and protect yourselves. They can deduct 2-3 birr from you daily if you click on this link.Gawwoomsitoota kana irraa uf eeggadhaa keessattuu namoonni Ethiopia jiraattan link jara kanaa akka hin fayyadamne irraa uf eeggadhaa isiniin jechuu barbaada obboloota koo hadaraa cimsaa irraa uf eegaa guyyaatti birrii 2-3 isinirraa murachuu danda'u yoo link kana seentaniif
Comments (3)
- MMclatte Granger1 week ago
why did you say sister?
2 - AAnonymous Name2 weeks ago
what link?🫡
2 - Aህለዲn O2 weeks ago
Please share this so that our people do not get deceived 🥰
4